Ezra 5:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan nuni jed'e, Nu hojatu Waaqa lafafi gubba uumeti, nu Mana duri hayyuni jabaani Israeli toko jaare mid'aasine jaaru jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isaan nuun ‹Nu'u garboota Waaqa ardi'ii fi Samii uumeeti; kanaafuu mana mootichi Israa'elii guddaan baroota baay'e'een dura ijaareefii ture deebifnee ijaara'aarra» jedhanii nuu deebisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isaanille deebisanee, ‹Nuuti tajaajiltoota Waaqa ol-gubba'aatii fi lafaa ti; Galma Waaqaa ka mootiin Israa'elii guddaan bara heddu'uun dura ijaaree fixe deebinnee ijaariisatti jirra.