Ezra 5:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo maro ababooti teenna Waaqa gubbaa dallansiifteefi, inni harka Nebukadreza hayyu Babiloni ka gosa kaldayoti, Mana kana balleese gosa teenna boojie lafa Babiloni geese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abboonni teennallee Waaqa Sami'ii waan mufachiisaniif Nabukadanatsoorii mootii Baabiloonii nama gosa Kalaadaawotaatitti dabarsee isaan kenne. Mootichi kun mana kana diigee banii ammo gara Baabiloonii ari'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbootiin teenna ta durii ammoo Waaqa ol-gubba'aa waan mufachiitteef, innille nama biyya Kaldootaa mootii Baabilonii Nebukadnezaaritti dabarsee isaan kenne; innille Galma Waaqaa diigee, kolbaalle gara Baabilonii booji'e.