Ezra 5:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaq jed'eeni, miha kana fuud'i, Mana Waaqa ka Yerusalemu jiruti geese, Mana Waaqa fulluma qara inni eju taaniti mid'aasi jaari.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Meeshaa kanniin qabadhuu deemiitii mana qulqulluu Yerusaalemiin keessa jiru keessa kaayi; manni Rabbiillee hulee sanitti haa ijaaramuu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qiiros: Galmi Waaqaa Yerusaalem keessatti addee ifii ta duriititti deebifamee ijaaramuu ti. Atille meya kana fuudhiitii Galma Waaqaa ka Yerusaalem keessaatitti deebisi! jedhee isatti hime.