Ezra 5:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Sheshbazani d'ufe, Mana suni yayabe, Mana suni arti asi haga arra jarumati jirani ammo inhobaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Shashbaazaar dhufee mana qulqulluu Rabbii ka Yerusaalemiin keessa jiru ijaaruu jalqabe. Garuu hennaa san irraa jalqabee manni woyyuun haga hennaa sanii ijaaramee hin dhumanne.›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Sheshbazaariin kun dhufee hundee Galma Waaqaa Yerusaalem keessatti dhaabe; yennaa sanii jalqabee haga ammaatitti ijaaramiisatti jira; haga ammaa ammoo hin hobbaane› jedhane.