Ezra 5:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi amma tana, Ee hayyicha, fulla dubbi hayyoota t'aafani iti olkayani, ha keesa barbaadani, aka d'uguma dubbini ijaarsa Mana Waaqa ka Yerusalemu, ta hayyu Koreshini jed'e, jirtu laalani. Yo hubatani, qonqo nu ergi, waan nu tolchu malle nuti himi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ammallee wonti kun mooticha afo'otti yoo waan mishaa ta'e, manni Rabbii kun Yerusaalemiin keessatti akka hojjatamuuf yoo mootichi Qiroos ajajee jiraate manni galme'ee ka Baabilooniin keessa jiru haa qoratamuu; waan kanaafillee mootichi murtii ufii nutti haa beessisuu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Amma yoo si mooticha gammachiitte, Galmi Waaqaa kun Yerusaalem keessatti deebifamee akka ijaaramuuf, mooticha Qiiros irraa ajaji bayee yoo jiraate, galmeen mana meya mootumma'aa ka Baabilon keessaa ilaalantuu ti! Waan dubbii tanaa murtee teeti nuuf ergi» ka jedhu.