Ezra 5:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani namichi guddaani lafa Efrati, ta ilaadu, ka Talenai jed'anifi Sherthar-Bozenaifi waheli worraleeni Yerusalemu d'ufani waan jed'ani, Eenuti, Mana kana mid'aasa jaara isanini jed'e?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara san bulchaan laga Efraaxisii gama jiru Tantinaayi, akkasuma Satarbuzinaayi, worri isaaniin wol ta'anillee gara isaanii dhufanii «Akka mana kana ijaartan, dallawa kanallee akka haarawoomsitan eentu isin ajaje?» isaaniin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san Taatenaay bulchaan kutaa biyya laga Efraaxiisii irraa gara aduun seentuu, Shetaar-Boznaayii fi worri isaan woliin huju dhufanee, «Galma Waaqaa kana akka deebittanee ijaartanuuf, dalleya kanalle akka ijaartanee fixxanu eennutti isin ajaje» jedhanee isaan gaafatane.