Ezra 5:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle worri, Nami Mana kana jaaru eenufa? Jed'e gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaan namoota hujii kana hujanii hoo eennu? jedhanii isaan gaafatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Maqaa namoota ijaarsa kana ijaariisatti jiranuu eennu fa'a» jedhanee gaafatane.