Ezra 5:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqooni worri hayyuti erge tana:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaanni xalayaa mooticha Daariyoosiif erganii ka Tantinaayii, ka Satarbuzinaayii, akkasuma ka Afarsikoota isaan gargaaran ka laga Efraaxisii gama jiraataniillee kana ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garagalchi Xalayaa Taatenaayii bulchaa kutaa biyya laga Efraaxiisii irraa gara aduun seentuu, Shetaar-Boznaayii fi worra isaan woliin hujuu, ka laga Efraaxiisiitiin gama gara aduun seentu biraa gara Daariyosii ergame kana: