Ezra 6:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyu Dario seera basse, Fulla dubbi hayyoota duri t'aafani lafa Babiloni keesati olkayani ch'ufa barbaada, sooma jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san mootichi Daariyoos kitaabonni mana galmee Baabilooniin keessa jiru maruu akka qoratamu ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre mootichi Daariyos galmee mana meya mootummaa Baabilonii keessaa akka qorqoranu ajaje.