Ezra 6:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti isani waan suni tolchu maltanifi, aka worri sorio Waaqa gubbati malte isaa baase, anaafi ilmaani tiyya eeba Waaqa kad'atu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunillee akka ciincaa urgaawaa Waaqa sami'iitiif dhiyeessanii fi akka ana mootichaa fi umurii ijoollee tiyyaatiifillee kadhataniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ciincaa Waaqi ol-gubba'aa gammadaan fudhatu dhikeessanee, anaa fi jiruu ijoollee tiyyaatiif akka daadimatanuuf kun godhama.