Ezra 6:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami seera kana ch'abse, dareera mana isaa ha keesaa fuud'ani, gama toko qarani duuba isaani tumataniti; mana isale ha jissani huura tolchaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
nama ajaja kana jijjiire maraa utubaan mana isaa buqqa'ee inni itti haa fannifamuu, mana isaa ammo kosii itti gataa'a jedhee ajajeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajaja kana nami jijjiiru yoo jiraate, utubaan mana isaa keessaa buqqifamee, nami sun irratti dirmisiifamuu ti; sababa yakkaa isaatiif manni isaalle diigamee tuulaa kosi'ii akka te'u ani ajajeera.