Ezra 6:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi duri Yerusalemu fohate, Isi keesati na kad'ad'a jed'e, ha hayyufi yokhaani gosa dubbi tana didde mana isaa suni balleesu feetu ch'ufa balleesuti. Nami seera kana baase ana; Dario taanaafi guutu malani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi maqaa ufii achi keessa kaayellee, mootota waan kana jijjiiru'uuf harka ufii badhisanii mana Rabbii ka Yerusaalemiin jiru diigu'uuf ta'an haa balleessu; ani Daariyoos manni kun hojjatamee akka raawwatamu ajajeera. Kun jabeennaan haa hojjatamuu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootota yookiin gosa biyya adda addaa ta ajaja kana jijjiiriisaaf yookiin mana Waaqaa ka Yerusaalem keessaa kana diigiisaaf wodhaananu, Waaqi Yerusaalem lafa maqaan isaa itti waamamu godhee filate, isaan garagalchuu ti! Ani Daariyos ajaja kana baaseera; ajaji kunille akkuma jirutti hujii irra ooluu ti» jedhe.