Ezra 6:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani namicha gudda Tatenai jed'ani kaanifi Shethar-Bozenaifi waheli worraa jecha hayyu kaani ch'ufa guutani akasuma tolchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Asiin maayessa akkuma dubbii mootichi Daariyoos ergeetitti bulchaan laga Efraaxisii gama jiru Tantinaayi, Satarbuzinaayi, akkasuma worri isaan gargaaranillee jabaatanii hojjatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba akkuma mootichi Daariyos ajaja dabarsetti Taatenaay bulchaan kutaa biyya laga Efraaxiisii irraa gara aduun seentuu, Shetaar-Boznaayii fi worri isaan woliin huju waan mara hobbaasane.