Ezra 6:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle aada kitaaba Musa keesati t'aafani gula, worri qaaloleefi worra Lawile huji Mana Waaqati gargari qoode.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma kitaaba Muuse'ee keessatti barreeffame tajaajila mana Rabbii ka Yerusaalemiin keessa jiru irratti worra gadootaa akka ballii isaaniititti, worra leewwotaallee akkuma garee isaaniitiin dhaabsisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma kitaaba Muuse'ee keessatti barreeffame hayyoota akkuma qooda isaaniititti, Lewwootalle akkuma golii isaaniititti, Galma Waaqaa ka Yerusaalem keessa jiru keessatti, tajaajila Waaqaatiif ramadane.