Ezra 6:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani dira Ekbatana, ka arda Media ke jiru waan wo irati t'aafani, ka dubbi tana irati t'aafani, argani:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachaa «Ahimtaa» jedhamtu ta godina Meedooniititti mana mootichaa keessatti kitaabni marame argame; wonti isa keessatti barreeffame kanatti aaneera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kitaab maramaan tokko kutaa biyyaa Medoon keessatti mana mootumma'aa qachaa Ahimaata'aatitti dhaggame; wonni isa keessatti barreeffameeru asii gad jirti: Gabaassi barreeffamaa: