Ezra 6:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaaloleefi worri Lawi ch'ufti qulqullo, wonti akanatiifi worri qara durati ufi qulqulleese. Worri Lawi hori sorio Pasaka ufifi qaaloleefi worra eegi boojiani gale kaani jed'e qale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadoonninii fi worri Leewwotaa akkuma seeraatitti uf qulqulleessan; worri Leewwotaallee ayyana faasika'aatitti banii booju'uu deebi'anii fi gadootaaf akkasuma ufiifillee horii dhiyeeffatan qalan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyootii fi Lewwooti ifi qulqulleeffatane; isaan martinuu akka aadaa dhugeeffanna'aatitti qulqullowane. Maarre Lewwooti worra boojuu irraa deebi'eef, hayyoota obboleeyyan ifiitiif, ifille'eef hoolee Irraa Dabaramaa qalane.