Ezra 6:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami sorio suni nyaate worra Israeli ka eegi boojiani gale kaanifi, nama aada hamtu gosa lafa suni keesa teetu lakise AABBO Waaqa Israeli kad'achu d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii ta booju'uu deebite worri Rabbii Waaqa Israa'elii waaqeffatu'uuf jedhanii waan battii irraa uf eegan maruu waan Rabbi isaan gammachiiseef woliin hin nyaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre sagalee Jila Irra Dabaramaa san Israa'elooti boojuu irraa deebi'ane, worra Mootii Waan Maraa Waaqa Israa'elii waaqonfatiisaaf battummaa worra Yihudoota hin te'inii ka lafa san jiranu irraa addaan ifi baasane mara woliin nyaatane.