Ezra 6:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Girgida isaa ha d'akhaa sadi ch'ororsani wolgubba naqani, mukha gubba kayani, akasiini wolgubbati jaarani. Horini Mana sunini jaarani ch'ufti ha gubba hayyu tahuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Naannaya isaa sadiin dhagaa gugurda'aan haa ijaaramuu; naannofni tokko ammo mukaan haa ijaaramuu; birrii mana kana ijaaru'uuf bawu mootichi haa kennuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tarreen sad dhakaa gugurda'aan naqamee, tarreen tokko xawulaan naqamee ijaaramuu ti! Gatiin isaalle beesee mana mootumma'aa keessaa kaffalamuu ti.