Ezra 6:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle miha worqitiifi ka qarsi, ka Nebukadrezani duri boojie Babiloni geese, ha Mana Waaqa ka Yerusalemu jiru geesani, fulluma isaa ta duri taaniti deebisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma meeshaan mana Rabbii ka worqi'iitii fi ka birri'ii ka mootichi Nabukadanatsoor Mana Qulqulluu Yerusaalemiin keessa jiruu fuudhee mana qulqulluu Baabilooniin keessa jiru keessa kaaye gara Mana Qulqulluu Yerusaalemii keessa jiruu gara hulee ufii deebi'ee manuma Rabbii keessa haa jiraatuu.» jedhee ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma meya worqi'iitii fi meeti'ii ka Nebukadnezaar Galma Waaqaa ka Yerusaalem keessa jiru keessaa fuudhee gara biyya Baabiloniititti geesse, addee isaaniititti deebifamanuu ti; Galma Waaqaa ka Yerusaalem keessa jiru keessa keyamanuu ti› jedheera» ka jedhu.