Ezra 6:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Huji ijaarsa isaa suni keesa imbuina, namicha gudda lafa Yudatifi jaaroleeni Yahudi ha Mana Waaqa fulla qara inni eju kaaniti jaartuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manni Rabbii kunillee haa ijaaramuu dhiisaa'a. Bulchoonni biyya Ayihuudi'iitii fi jaarsonni biyya Ayihuudi'ii mana Rabbii hulee isaatitti haa ijaaranii isaan dhiisaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hujii Galma Waaqaa keessa hin galina'a! Galma Waaqaa kana bulchaan Yihudootaatii fi jaarsoleen Yihudootaa addee inni dur jirutti deebisanee ijaaranuu ti.