Ezra 6:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya ch'ufa waan qaaloleeni Yerusalemu feetu inhanqatina kennaafi: Jiboota looni taanaani, elemiye taanaani, ilmoole hoola ta gubani Waaqa gubbati sorio baasani taanaani, dargaye taanaani, sooda taanaani, daad'i taanaani, d'ad'ale taanaani, ch'ufa kennaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ciincaa Waaqa Sami'iitiif ciincawu, jiboole'ee fi korbeeyyii hoola'aa, korbeeyyii darmii akkuma fedha gadoota Yerusaalemiin keessa jiraataniititti qamadii, sooqidda, daadhii woyini'iitii fi Sayitii ejersaa guyyama guyya'aan uduu addaan hin kunne isaanii kennaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa ol-gubba'aatiif kennansa gubamu dhikeessiisaaf, waan barbaachisu mara dardaroota, korbeeyyii hoole'ee, yookiin korbeeyyii buruusoo hoole'ee akkasuma qamadii, soodda, daadhii woyni'iitii fi zayitii ejersaa guyyuma guyya'aan hayyoota Yerusaalemiitiif kennamanuu ti.