Ezra 7:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Artashastani tatabe tana t'aafe, qaallicha Ezra, ka waan seera nama barsiisu, ka aadaafi seera AABBO Waaqi worra Israeliti kenne aka dansaa barate iti, kenne. Dubbini tatabeeni sunini jettu tana:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaanni xalayaa mootichi Arxeeksisii ka Izraa gadicha barreessaa ajaja dubbii Rabbiitii fi seera Israa'elii barreessa'aa turetti kennee kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garagalchi xalayaa mootichi Artashaastaan, Izraa hayyicha barsiisaa, ka ajajaa fi seera Mootiin Waan Maraa Israa'elootaaf kenne mara beekuuf kenne asii gad jira: