Ezra 7:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anaafi jari mala na d'au, nami torba, si ergina, aka atini Yerusalemu d'at'e, finna lafa Yuda hubatte, ammalle aka Seera AABBO Waaqa keeti jabeesani guutani laaltu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka seera Waaqa keetii ta si harka jirtuutitti, akka biyya Yihuuda'aatii fi Yerusaalemiin qorattu, worra jireenni isaanii Yerusaalemiin keessa ta'e gorsitoota torbaa sii ergeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka ajaja Waaqa keetii ka harka keeti jiruutitti, marroo Yihuda'aatii fi marroo Yerusaalemii akka qorqortuuf ani mootichii fi gorsitooti tiyya torba si ergineerra.