Ezra 7:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini Worqifi qarsi, ta anaafi jari mala na d'au Waaqa Israeli, ka mani isaa Yerusalemu jiru, baasu feenu, fuute deemuuni malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichaa fi worri isa gorsan, birri'ii fi worqii fedha ufiitiin Waaqa Israa'eliitii dhiyeessan qabadhuu deemi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kana maleelle, ati meeti'ii fi worqii ani mootichii fi gorsitooti tiyya fedha keennaan Waaqa Israa'elii, ka Galmi isaa Yerusaalem keessa jiruuf kennine,