Ezra 7:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle atini qarsifi worqi, lafa Babiloni ch'ufa keesaa guurtefi waan worri Israelitiifi qaaloleeni Mana Waaqa isaani, ka Yerusalemu keesati baaftule, fuute deemuuni malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Birri'ii fi worqii godina Baabiloonii keessatti argitu maraa, waan baniinii fi gadoonni mana Waaqa ufii ka Yerusaalemiin keessa jiruu fedha ufiitiin dhiyeessan akka fudhattu, ati waan mootichaa fi worra isa gorsu torbaniin ergamteef,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
meeti'ii fi worqii kutaa biyya Baabilonii keessaa dhaggattu maralle, kennansa kolbaan Israa'eliitii fi hayyooti fedha ifiitiin Galma Waaqa ifii ka Yerusaalem keessa jiruuf kennitu mara fuudhii deemi.