Ezra 7:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle waan Mana suni d'ibi atini feetu ch'ufa, fulla beese hayyu iti olkayani keesaa sii kennani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana caalaallee waan mana woyyu'uuf kennuu barbaaddu maraa galmee mana mooti'ii keessaa fudhachuu dandeetta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kana maleelle waan Galma Waaqa keetiitiif barbaachisu maraaf, mana meya mootumma'aa keessaa baafadhu.