Ezra 7:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama hori hayyu olkayu ch'ufa, ka lafa Efrati ta ila adu jiru, waan jed'uuni: Waan qaallichi Ezrani, ka waan Seera Waaqa gubbaa ch'ufa beekhu, isani gaafatu ch'ufa hurrisa, iti keenna, ammo haga kana indabarsina:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani mootichi Arxeeksis qabduu horii mooti'ii worra laga Efraaxisii gama jiran marattuu ajaja kana kenneera; waan Izraan gadichi seera Waaqa Sami'ii barreessu isin irraa barbaadu maraa qopheessa'aaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Izraan hayyichi, beekkichi seera Waaqa ol-gubba'aa waan isin gaafate, akka isaaf kennitanu, ani Artashaastaan mootichi, itti gaafatantoota mana meya mootumma'aa worra laga Efraaxiisii irraa gara aduun seentu jirtanu mara ajajeera.