Ezra 7:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ezra, atileeni, qarooma Waaqi kanke sii keenne kanaani, jaarole lafa fidduufi jaallaboota, worra lafa Efrati ka Seera Waaqa kanketi keesati fidamu fiddu, fohad'i. Nama waan Seera suni imbeennele ch'ufa barsiisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Atillee Izraan akka ogummaa Waaqa keetii ta si harka jirtuutitti worra Yihuudii hin taane ka laga Efraaxisii gama jiru maraa worra seera Waaqa keetii beekan maraa irratti akka murteessan abbootii murti'iitii fi worra isaan adaban isaan irratti moosisi; worra seera kana hin beennellee barsiisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Atille Izraan, qarummaa Waaqi sii kenneen, kolbaa laga Efraaxiisii irraa gara aduun seentu jirtu mara akka bulchanuuf, abbootii seeraatii fi abbootii mura'aa ka seera Waaqa keetii beekanu filiif! Worra seera hin beenne atinuu barsiisi!