Ezra 7:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ezrani waan jed'e, AABBO, Waaqa ababoota teenna, ha faarsani inni yayu hayyicha waan dansa qaabachise, aka inni akanaani Mana Waaqa ka Yerusalemu mid'aasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi abboota keennaa ka akka mana Rabbi ka Yerusaalemiin keessa jiru haa bareechisu'uuf waan akkanaa kana qalbii mooti'ii keessa kaaye, mooticha, bulchoota jajjabaa mootichaatii fi worra isa gorsan maraa afo'otti ka araara ufii gara kiyya erge haa ulfaatu. Anillee harka Rabbii Waaqa kiyyaa ta narra jirtuun jabaadhe; akka na woliin bayaniif worra Israa'elii keessaa bulchoota wolitti qabe.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Izraan, «Galma Waaqaa ka Yerusaalem keessa jiruuf, akka inni ulfinna kennu, yaada kana ka gadhaa mootichaa keessa keye, Mootiin Waan Maraa Waaqi abbootii teennaa leellifamuu ti!