Ezra 7:28 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eeba Waaqatini anini yayu hayyichaafi jara isaa mala d'aufi jara isaa gugurdale naasu iraa argad'e; AABBO Waaqi kiyya yayu garaa na jabeese, anileeni worra balbala gosa Israeliti mataa heddu sobad'e ufi gula deebise woliini galle.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni mooticha, gorsitoota mootichaatii fi qondaaltota mootichaa hunnaameyyii mara duratti, fudhatama akka dhaggadhu na godheera; hunni Mootiin Waan Maraa Waaqa kiyyaa waan na woliin jiraatteef, jajjabaadhee, sooreyyii Israa'elii na woliin akka ol deemanu wolitti qabadhe» jedhe.