Ezra 7:9 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ji'a jalqabaa guyyaa jalqabaa biyya Baabiloonii keessaa bawuu jalqabe. Hunni Waaqa isaa guddaan waan isa irra jiruuf ji'a shaneesso'oo guyyaa jalqabaatitti Yerusaalemiin gaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hunni Waaqaa dansaan isa woliin waan jirtuuf, ji'a tokkeesso'oo guyyaa tokkeesso'ootitti Baabilonii ka'ee, ji'a shaneesso'oo guyyaa tokkeesso'ootitti Yerusaalem geye.