Ezra 8:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini maqa worra balbala gosa worrati mata ka eegi boojiani Babiloni geesani Ezra woliini Yerusalemuti gale, bara Artashastani hayyu:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara Mootummaa Arxeeksisii bulchoonni manniin abbootaa worri Baabilooniin keessaa na woliin bayan kanniin; horteen isaaniillee kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara bulchiinsa mooticha Artashaasta'aa sooressitooti maati'ii ka ana Izraa woliin Baabilon keessaa bayanee fi ka isaan woliin galmowane ka asii gadi jiranu: