Ezra 8:12 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fiixaa Azgaadii keessaa ilma Haqaaxaanii Yohaana'aa fi isa woliinillee dhiira 110
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyii Azigaadii keessaa, Yohaannaanii ilma Haqaaxanii ti; isa woliin dhiira dhibbaa fi kudhanitti galmeeffame.