Ezra 8:14 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fiixaa Baguwaayii keessaa Utaayina'aa fi Zabuud; Isaan woliinillee dhiira 70.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyii Biigbaayii keessaa, Utaayii fi Zaakur; isaan woliin dhiira torbaatamatti galmeeffame.