Ezra 8:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini jara kana ch'ufa gara namicha gudda gumi Kasifia, ka maqaani isaa Ido, erge, aka isaafi wahela isaa, jara Mana Waaqa keesa hojatu, d'aqani nama Mana Waaqa keesa hojatu barbaadani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan gara Adoo bulchaa banii Kasifiyaa keessa jiraatanii ergu'uun Ado'oo fi hojjattoonni Mana Qulqulluu keessatti isa gargaaran namoota Mana Qulqulluu keessatti tajaajilan akka nuu ergan akka isaanitti himanii nuu ergisiisan godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaanille dhaqanee worra Galma Waaqa keennaa keessa tajaajilu akka nuu fidanuuf, gara Iddoo sooressaa kolbaa lafa Kasiifa'aatii fi gara obboleeyyan isaa worra Galma Waaqaa keessa tajaajilanuu isaan erge.