Ezra 8:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qarqaarsa Waaqatini worri sunini Sherebiya, nama gosa Lawi, ka balbala mali, ka guddo wo guutu nuu erge; ammalle ilmaani isaatiifi oboleyaani isaa nami kud'ani saddeeti isani woliini d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hunni Waaqa keennaa guddaan waan nu woliin jiruuf ijoollee Israa'elii keessaa, ka Leewwi'ii keessaa fi gosa ijoollee Mohoolii keessaallee nama ogeessa Sarraabiyaaniin, Isa woliinillee ijoollee isaa kudha saddeetii fi obboleewwan isaa nuu fidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hunni Waaqaa guddoon nu woliin waan jirtuuf, isaan sanyii Mahaalii sanyii Lewwii ilma Israa'elii ka te'e nama hubataa «Sherebiiyaa» jedhamu tokko ilmaan isaatii fi obboleeyyan isaa woliin dhiira kudhanii saddeeti gara keenna fidane;