Ezra 8:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani fulluma galaana Ahavati anini seera baase, aka nu ch'ufti ufi agabsine Waaqa kenna durati ufi diqeesine, inni nuufi ilmaani teennafi hori keenna kara nagaya qajeelchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka Rabbi karaa keenna nuu qajeelchu, nu'uu fi ijoolleen teenna akkasuma wonti nu qabnu maruu akka nuu eeggamu, nullee gad uf deebifnee akka isa kadhannu, laguma Ahawwa'aa san biratti sooma labse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi deemmaa teenna akka nageessu, nu'uu fi ijoollee teenna, akkasuma karra teenna mara akka nuu eegu, isa duratti gad ifi qannee isa gaafatiisaaf, laga qachaa Ahawa'aa biratti laama lasse.