Ezra 8:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi nu ufi agabsine, Ee Waaqa keenna, nuu qorqorad'i jenne, innileeni kad'acha nu d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kanaaf Soomnee Rabbiin kadhanne; Innillee kadhaa nuu dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre nuuti laamiisaan marroo waan kanaa Waaqa keenna daadimanne; innille daadimata keenna dhage'e.