Ezra 8:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini qaalole gugurddo keesa jara kana fohad'e: Sherebiafi Hashabiafi jara kud'ani d'ibi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoota gadootaa keessaa namoota kudha lamaa, Sarraabiyaanii fi Hashaabiyaaniin, isaan woliinillee obboleewwan isaanii kudhan fooye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani sooreyyii hayyootaa keessaa Sherebiiya'aa fi Hashabiiyaa hayyoota akka isaanii kudhan woliin wolumatti sooressitoota hayyootaa kudhanii lama file.