Ezra 8:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan worraani jed'e, Isani AABBO, Waaqa ababoota teesaniti qulqullo, ammalle mihi qarsitiifi ka worqi, ka nami fed'i ufi gula isaa baaseleeni qulqullo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee akkana isaaniin jedhe, «Rabbiif qulqullooftaniirtan, meeshaanillee qulqullu'u; birriinii fi worqiinillee ka fedhaan Rabbii Waaqa abboota keennaatiif dhiyaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani hayyootaan, «Isinii fi mey kun Waaqaaf woyyoontaneertan; meeti'ii fi worqiin kennaa namooti fedha ifiitiin Mootii Waan Maraa Waaqa abbootii teessaniitiif kennane.