Ezra 8:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga Mana Waaqatini baataniti aka dansaa jabeesa qorqorad'a. Duuba miha baasani kana ch'ufa mana qaalole keesati biima, qaalole gugurdofi worra Lawitifi jaarole gosa Israeli, ta Yerusalemutileti, kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoota gadootaatii fi ka Leewwotaa, bulchoota manniin abboota Israa'elii afo'otti gola mana Rabbii ka Yerusaalemii keessa jiru keessatti haga madaaltanitti jabaadha'aa eegaa'a»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meya kana kolloo Galma Waaqaa ka Yerusaalem keessa jiru keessatti, sooreyyii hayyootaa, ka Lewwootaa fi ka abbootii maatii kolbaa Israa'elii duratti haga madaaltanutti miidhassa'aa eega'a!» jedheen.