Ezra 8:3 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
innillee fiixaa Sekeniya'aa keessa, fiixaa Faaroosii keessaa Zakkaariyaas; isa woliin fiixaa isaanii keessatti dhiirri 150 galmaayanii turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
sanyii Shekaaniya'aa ti; sanyii Faaroshii keessaa, Zakaariyaas; isa woliin dhiira dhibba tokkoo fi shantamatti galmeeffame.