Ezra 8:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya kud'ani lameeso ka jia qara, nu galaana Ahavatii kaane Yerusalemuti iti d'aabanne Waaqi keenna nu qarqaare, nyaapa keenna ka d'okhate kara keesati nu eegatu duraa nu baase,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ji'a jalqabaa guyyaa kudha lammeesso'ootitti gara Yerusaalemii deemu'uuf laga Ahawwa'aa biraa kaane. Hunni Waaqa keennaallee waan nu woliin tureef diinaa fi ka dhokatee nama miidhu jalaa nu hambise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti Yerusaalem dhaqiisaaf ji'a jalqabaa, guyyaa kudhanii lammeesso'ootitti laga qachaa Ahawa'aa biraa kaane. Hunni Waaqa keennaa nu woliin waan jirtuuf, inni diinota keennaa fi worra karaa irratti riphee nu eegu irraa nu eege.