Ezra 8:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle worri tatabe hayyichi iti kenne taani fuud'e jara gugurdafi jaarole lafa Efrati ta ila aduti kenne, akanaani worri sunini biyyaafi Mana Waaqale qarqaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajaja mootichaallee muudamtoota mootichaa worra laga Efraaxisii gama jiran bulchanitti kennan; isaanillee bani'ii fi hujii mana Rabbii gargaaran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ajaja mootichaa bulchitoota kutaa biyya mootichaa bulchanuu fi qondaaltota kutaa biyyaa ta laga Efraaxiisii irraa gara aduun seentu jirtutti kennane; isaanille kolba'aa fi Galma Waaqaa qarqaarane.