Ezra 9:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'iirti Yahudi nad'eeni gosa d'ibi fuute, akanaani gumiini Waaqa qulqullooni gosa d'ibiini wolseente qulqullooma d'abde. Waan hamtu kana nami mataa iti tahe nama ch'ufa ira tolche, jaaroleefi worra gugurda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra sanniin irraa ijoollee intalaa ufii fi ijoollee ufiitittillee fuudhan; sanyii qulqulluu worra Yihuudota hin taane ka lafa irra jiraatan woliin wolitti makan; bulchoonni isaaniitii fi muudamtoonni isaanii badii kana hojjachu'uun worra jalqabaa ta'an»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan durra kolbaa adaala ifii fuudhanee, ilmaan ifiille fuusisanee, sanyii woyyuu kolbaa adaala isaanii jirtu woliin wolitti makaneeran; sooreyyi'ii fi qondaaltoti karaa addatama dhabiisaa kana sooressaneeran» jedhane.