Ezra 9:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan kana d'ageennaani aka hama laalefad'e woya tiyya tarsaase rifeensafi areeda ufiraa bubuqise gatae, aka hama mata qabad'e bohe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee hennaa kana dhagaye waan guddisee gaddeef uffataa fi kaabbaa kiyya tarsaasee, rifeensa kiyya ka mata'aatii fi areeda kiyyallee bubuqqisee taa'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani yennaa waan kana dhage'e, gaddaan woya'aa fi geellaa kiyya tarsaasee, rifeensa mataa kiyyaatii fi areeda kiyyaa buqqisee, nayee tee'e.