Ezra 9:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'e, Ee Waaqa, anini ch'eeraa dandae mata oliinqabad'u. Dabi keenna ya guddate lafa ira dabre fulla ch'ufa gae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waaqa kiyya! cubbuun keenna waan nu irratti guddateef, yakki keennallee haga Sami'iititti waan ol guddateef, Waaqa kiyya! ani ol jedhee si laaluu hin uggu, hin sodaadhalle'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
daadimadhee, «Ee Waaqa kiyya, cubbuun teenna ol kaatee mataa keenna caaltee, yakkaan teennalle ol-gubbaa waan geetteef, ani guddoo fokkifadhee, gara keeti ilaaliisaaf qaaneffadhe.