Ezra 9:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo amma tana, haga gabaaba toko, Ee AABBO Waaqa keenna, atini ya nuu naate, nu nama gari harka nyaapa nu boojie suni keesaa nu baafte, fulla qulqullo tana nuu teesifte. Ato nu duri tisse taanele atini yayu amma nuu jireesite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma ammo Rabbi Waaqa keenna! Ati akka hambaa nuu dhiiftu, hulee kee qulqullu'utti akka xiribbaa nuu kennitu, Ati Waandhi keenna akka ija keennallee nuu bantu, uduu garbummaa keessa jirru diqqoma jireenna keenna akka nuu haarawoomsitu, hennaa hago'oof Ati Rabbi Waandhi keenna gaachena nuu kenniteerta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ammoo yennaa gabaaddu'uuf ati Mootiin Waan Maraa Waaqi keenna, nu keessaa worra garii garbummaa jalaa baasiisaan, addee woyyittii teeti keessa nageyaan akka le'anu godhiisaan, ati Waaqi keenna hidhaa garbumma'aa diqqoo nutti furiisaan, addii nuu kenniisaan, gadhaa nu'uuf laatteerta.