Galatians 1:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worra bara kiyya jiru, lansoota tiyya ta Yihudoota te'ane hedduu, ani dhugeeffannaa Yihudootaa eeggatiisaan hin caala; marroo aadaa abbootii teenaatille'eef akka malee hin hinaafaayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini hariya tiyya ch'ufa aada Yahudi keesati ira jira. Aada ababoota teenna aka male jabeese.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Aadaa Yihudii keessaatti anin hariyyoota tiyya cufaa irra jira. Aadaa ababoota teennaa akka malee jabeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aadaa abbootaatiifillee akka malee hinaafa'aa, firtoota bara kiyya jiran keessaa akka sirna amantii Yihuudotaatiin guddisee isaan caala.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Aadaa abbootaatiifillee akkamalee hinaafa'aa, firoota bara kiyya jiran keessaa akka sirna amantii Yihuudotaatiin guddisee isaan caala.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amantii Yihudotaa eegu'uun worroota bara kiyyatti turan baayi'eewwan worra Yihudotaa mara irraa ni caala ture, waayee aadaa abbooti'iitiif'llee hinaaffaa ol aanaa ni qaba ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra bara kiyya jiru, lansoota tiyya ta Yihudoota te'ane hedduu, ani dhugeeffannaa Yihudootaa eeggatiisaan hin caala; marroo aadaa abbootii teennaatille'eef akka malee hin hinaafaayyu.