Galatians 1:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
yookiin gara worra anaan dura ergantoota te'ee Yerusaalem hin dhandhe, ammoo yoosuma gara biyya Arabaa dhaqee, achiin duuba Damaasqo'otti deebi'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
yokhaani Yerusalemu d'aqe worra na durati ergattu tahe argu ind'anne. Ammo, maro tokotu, lafa Arafti d'aqe, jennaani Damaskiti deebie.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
yokaan Yerusaalem dhaqee warra na duraatti ergamtoota tahe arguu hindhandhe. Ammoo yoma tokkoon lafa Arabaa dhaqee, eegee Damaasqootti deebi'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara worra anaan dura ergamtoota turanii gara Yerusaalemii hin dhandhe. Haa ta'uu ammo gara biyya Arabaa deeme; deebi'ee gara Damaasqo'oo dhufe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gara worra anaan dura ergamoota turanii gara Yerusaalemii hin dhandhe. Haata'uu ammoo gara biyya Aarabaa deeme, deebi'ee gara Damaasqo'oo dhufe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
yookiin anaan duranatti worra ergamittoota turan woliin gayu'uuf gara Yerusaalemii hin deemnne, garuu durssee gara biyya Arabaa ni deeme, deebi'ee'llee gara Damaasqo'oo ni deebi'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
yookiin gara worra anaan dura ergantoota te'ee Yerusaalem hin dhandhe, ammoo yoosuma gara biyya Arabaa dhaqee, achiin duuba Damaasqo'otti deebi'e.